Dhibeen HIV/AIDSii Sadarkaa maal irra jira ?

Sadarkaa Dhibeen HIV/AIDSii irra jiru ilaalchisee Raadiyoo Sagalee Ameerikaa Sagantaa Afaan Oromoo waliin marii taasisan. Marii kana irratti Aktivistiin beekkamaa fi hundeessaa fi ittigaafatamaan Waldaa Namoota Vaayirasii HIV waliin jiraatan, Tasfagoh Ethiopia damee...