Barnoota Fayyaa Afaan Oromootiin

Akkam fayyaa qabduu?

Kaayyoo Oggeeyyii Fayyaa Oromoo Adunynaa keessaa inni tokko barnoota fayyaa afaan Oromootiin baballisuu irra darbee jechoota tajaajila fayyaafis tahe barnoota fayyaaf beekkaman afaan inglizii iraa gara afaan oromootti hiikuudhaan ummata keenya biraan gahuudha.Haaluma kanaan kuusaa jechoota fayyaa (Medical Dictionary)walitti qindeessuudhaanis tahe ammayyeesuuf qaamotaaf hayyuulee afaan oromoo waliin tahuudhaan qorannoo barbaachisuu keessatti ni hirmaata.

Fayyummaa kunuunsuufis tahe ittisa dhibee jajjabeessuuf qabsoo godhamu keessatti ummati keenya beekumsa fayyaa ammayyaa argatee nagaa fi fayyumaa isaa akka eeggatuuf gumaacha ni godha.

Fayyaan Faaya!

Please submit your questions and suggestions below in afaan Oromo or English.

We will review , respond and post your contents.

Gaaffiileefi yaada qabdan armaan gaditti nuuf barreessaa.Nutis gaaffii ykn yaada keessan xiinxaluudhaan dafnee isinitti debihuu ni yaalla.Galatoomaa.