Hiv

Dhibeen HIV/AIDSii sadarkaa maal irra jira

Sadarkaa Dhibeen HIV/AIDSii irra jiru ilaalchisee Raadiyoo Sagalee Ameerikaa Sagantaa Afaan Oromoo waliin marii taasisan. Marii kana irratti Aktivistiin beekkamaa fi hundeessaa fi ittigaafatamaan Waldaa Namoota Vaayirasii HIV waliin jiraatan, Tasfagoh Ethiopia damee Adaamaa/Oromiyaa kan ture, Obboo Masfiin Fayyisaa fi Dr. Ibraahim Amee Elemoo turan. Haala dhibeen kun yeroo amaan kanaa keessa jiruu, xiyyeeffannoo dhimmoota barbaadan irratti marii gad-fageenna qabu godhan. Hubbannoo irraa akka argattan abdii keenna. Yaadaa keessaniis irratti kennuu hin dagatinaa. Galatooma.https://www.facebook.com/VOAOromo/videos/1730500537097170/

Share this post